FAYYUMMAA ANAANAASII
▶️ Anaanaasiin tokko hamma Vaayitaamiin C guyyaatti barbaadamuu ol waan qabuuf:
- Sirna ittisa qaama keenya ni jabeessa.
- Dandeettii qaamni keenya dhukkuba garagaraa of irraa ittisuu olkaasa.
- Fayyumaa Irgaafi Ilkanitiif: Irga dhiiguuf madaayeef heddu gaariidha.
- Madaan qaamaa dafee akka fayyu garagara.
▶️ Pootashiyeemi guddaa waan of keessaa qabuuf:
- Fayyummaa Kaaleefi Onnee keenyaaf gariidha.
- Dhiibbaa dhiigaa hamma tokko hirdhisuu irratti gahee qaba.
▶️ Vaayitaamiin A hamma tokko of keessaa qaba:
- Kunis fayyumaa ija keenyaaf gaariidha
▶️Fiber (nyaata qaamaan hin bullofne) hedduu of keessa waan qabuuf:
- Garaan akka nama hin gogne ni godha.
- Hamma sukkaraa dhiiga keessa jiru hanga tokko madaalawaa akka ta'u ni godha.
- Fayyummaa mur'umaan keenyaaf fayida gudda qaba.
▶️Nyaanni nyaanne dafee akka daakamu ni si'eessa.
Keemikaalotaa fi albuudota kan biroo kan fayyummaa gogaa, lafee fi carraa kaansaroota tokko tokko hirdhisan hedduu of keessaa waan qabuuf fuduraa gaariidha.
@Dhimma_Fayyaa 🩺