AVOKAADDOO FI DAA'IMMAN
Umurii ji'a ja'aa eegalee wantoota daa'imman akka nyaata dabalataatti eegaluu fi argachuu qaban keessaa tokko Avokaadoo dha. sababni isaas:
Gosa coomaa (fat) gaarii ta'e (monounsaturated fats) kan guddina qaamaa fi sammuuf (for brain development and myelination) baay'ee barbaachisaa ta'e hedduu qaba. Akkasumas gosa coomaa kan gaarii hin taane "cholesterol" jedhamu kan of keessaa hin qabne dha. Vaayitaaminoota, elementootaa fi micro - nutrient kan fayyaa daa'immaniif barbaachisan hedduu of keessaa qaba. Qopheessuuf kan yeroo hin fudhanneefi salphaa ta'edha. Nyaata carraa allergy(sinsinnaa'uu qaamaa ) fiduu isaanii xiqqaa ta'an keessaa tokko avokaadoo dha. Hanga kaalorii gaarii ta'e kan daa'immaniif barbaachisu qaba. Amala farra baakteeriyaa fi ittisoo dhibee adda addaa cimsuu hedduu qaba. fi kan kana fakkaatan.
Galatoomaa! 🙏
@Dhimma_Fayyaa
@Dhimma_Fayyaa 🩺