💡 Mataa dhukkubbii ( headache ) akkamiin ofirraa hir'isna?
Gosoota mataa dhukkubbii
-1- primary headache ykn kan rakkina biraa irraa hin dhufne ,fkn tesion headache fi migraine headache fa fi kkf
2. Secondary headache ( sababa dhukkuba birootiin kan dhufu,kan akka infeekshinii fi miidhama mataa / rukutumuu ,jiguu dhiiga sammuu fi qaamota sammuu fi lafee sammuu jidduttin kan dhufu dha.
- ✍️keessattu yeroo baayyee shamarran kan miidhu migraine headache kan jedhamu dhukkubbii mata cinaa tokko yeroo hedduf ykn cinaa lachuutiin fi mallatoolee armaan gadii kana nurratti mul'isuu danda'a
-👉nama haqqisiisuu
-👉- gurrii namatti iyyuu
--👉 sochii wajjiin dhukkubbiin namatti jabaachuu
--👉 ijji nama didimaachuu
--👉 lafti namaan maruu
--👉 sagalee garagaara nama jibbisiisuu
---👉if nama jibbisiisuu
---👉 ija keenyaalle baayyee nu dhukkubsuu danda'a
✍️% Sababoota isaa namatti kaasan keessaa
- 👉nyaata keenya yerootti nyaachuu dhabuu
--👉 dhiphachuu
--👉 yeroo laguu( xurii)namatti dhuftu sababa jijjirama hormonotaatiin wal qabatee
-- 👉sagalee guddaa ta'ef saaxilamuu
--👉 hirriba gaha ta'e rafuu dhabuu fi ofirraa heddumeessuunis
--👉 alkoolii fkkf dha
Furmataa
✍️- doctora biraa deemne laalamuun adaan baafachuu qabna ,gorsa irraa fudhachuu qabna.
-👉 waantotaa isaa nutti kaasan hunda irraa fagaachuu qabna
-- 👉yeroo baayyee koomputeeraa fi moobayilii waanta isaaf nu saaxilanidha kanaf yeroo isaan fayyadaamnu boqonnan fudhachuu qabna.
- 👉bishaan sirriitti dhuguu
-👉 nyaata keenya yeroo isaatti nyaachuu
-👉 cold compression ( uffata bishaan qor'aan cuuphanii addarraa of ka'uu
- 👉buna dhuguu
-👉 alkoolii dhuguu dhiisuu
👉- sochii qaamaa yeroo yerootti hojjachuu
-👉- aduu keessaa yeroo dheeraaf deemuu ykn taa'uu dhiisuu
- -👉- yoo kanaan fayya'uu dide qorichoonni kennaman waan jiruuf mana yaalaa deemuun doktora maarisiisaa .
Fayyaan lubbuu teenyaaf
Share waliif godhaa
Galatoomaa
@Dhimma_Fayyaa 🩺