Haqa fi Ajaa'iboota qaama namaa saddeet (8)
***
1. Namni gaafa hooqqisuuf/balaqamuuf/ ka'u dursa gororatu yookaan hancufatu afaan guuta. Kunis qaamni namaa asiidni garaachaa hoqqisa/balaqqamaa wajjin dhufu akka ilkaan hin miineef dursee hancufa kana erga.
2. Cidhaanni dhiiraa gaafa qaamni namichaa ho'u gadi qaama irraa gadi siqa yookiin ni rarra'a. Kan kana godhu sanyiin kormaa (sperm) akka ho'iinsa qaamaatiin hin ajjeefamneefi.
3. Qaama namaa keessaa kan ujummoo dhiigaa fi dhiiga hin qabne koorniyaa (fuuldura ijaa) qofa. Koorniyaan oksijiinii kallattiin qilleensa irraa fudhata.
4. Fiixeen harma nama hundaa, akkuma ashaaraa quba isaa adda adda jedhama.
5. Arrabni nama tokkoo maashaalee (muscles) adda addaa saddeet (8) irraati kan ijaarame.
6. Axxiffuu ofii funyaan ofii qabuun ukkaamsuun dhageettii namaa irratti dhiibbaa fiduu danda'a.
7. Hormooniin guddinaa fi dagaagina qaama namaa kan hormoonii guddinaa jedhamu kan maddu galgala gaafa namni rafu dha.
8. Asiidiin garaacha namaa keessatti argamu jabina isaa irraa sibiila salphaa akka zinkii (zinc) illee gubuu danda'a. Yoo gogaa namaa irratti cophee immoo gubee keessa darba.
@Dhimma_Fayyaa