Yeroo mul'ata dan repost
Al tokko tokko waaqayyo yaada Guddaa Akkaa nurraa Qabu Utuu Beeknu Faalaa ta’a!
Mee yaada Waaqayyoo fi Yaada nama waalin ilalla.
1/Gaafa waaqayyo Abjuu Yooseffitti Argisiise Mul’ata Nama Guddaa ta’uu isaati Gaafa itti Argisiise waaqayyo Akkani obboloota isaan Jibbamuuf jiru itti hin Dubbanne achi Akka obboloota isaan Gurguramu, mana Phooxifaaratti sobaan Dabarfamee Akka Hidhamu itti hin Dubbanne. Garuu Abjuu inni Arge Abjuu mooti ta’uuti malee!
👇👇👇👇👇
https://yerooifaa.com/dhoksaa-milkaauu/
@t.me/GizuYM