BREAKING/Oduu jijjiirraa Sambata galgalaa dubbisaa
ππππππππππππππππππ
ππππ ππ’π‘π:Maanchistar Yunaayitid Arsenaal irraa Ayden Heeven mallatteessiseera. Taphataan ganna 18 kun hanga bara 2029tti kontiraata waggaa afurii mallatteesse..
ππππ ππ’π‘π: Laas Paalmaas Isteefan BaajΔetiΔ Liivarpuul irraa ergisaan bara dorgommii hafeef mallatteessiseera.
ππ¨ ππππππππ: Marcus Rashford dhunfaan gara Aston Villa eegisaan imaluuf waliigale mariin kilaboonni lamaan taasisaa jiran gara xumuraa deemaa jira.. π£π΅[Fabrizio]
ππππ ππ’π‘π:Ahliin Gaaleenoo Poortoo irraa kaffaltii β¬50M mallatteesise..
ππππ ππ’π‘π:Maarseen Amine Gouiri Reennes irraa kaffaltii naannoo β¬21/22m mallatteessitee jira
ππππ ππ’π‘π: : Weestibiroom Wiil Laanksheer Tootinaam irraa ergisaan hanga xumura bara dorgommii kanaatti mallatteessisuu isaa mirkaneessee jira.
πAlvaro Morata gara Galatasaray waliigaltee xumuramee jira. Waliigaltee ergisaa filannoo bitachuu waliin.
πSantiyaagoo Gimeeneez gara AC Miilaanitti imaluuf waliigaltee xumuraa jira. Feyenoord' kaffaltiin waliigalaa β¬35m argata
πPaatriik Dorguun Maanchistar kan seene yoo ta'u, Yunaayitidiiuf qorannoo fayyaa taasisuuf karaa irra jira.
π Tootinaam taphataa Maanchistar Yunaayitid Alejandro Garnacho fudhachuuf gaafii dhiyeesse Mathys Tel garas deemuu diduun ni yaadatama..
π Maanchistar Yunaayitid Maatis Teel fudhachuuf Baayern Muuniikiif afaaniin gaafii dhiyeessee jira.
π Maatis Teel Tootinaamitti makamuurra ergisaan gara Maanchistar Yunaayitid deemuu filata.
πMaanchistar Yunaayitid yeroo jijjiirraa osoo hin xumuramin taphataa sarara gidduu Kaaseemiroo gurguruuf yaaluuf ergamtoota hedduu bobbaasee jira.
πMaanchistar Yunaayitid taphataa sarara qarqaraa" ganna 17 Geovany Quenda ganna kana Ispoortiin irraa mallatteessisuuf waliigalaniiru.
πTaphataan Arsenal barbaadu Sverre Nypan egeree isaa irratti murtee dabarsuuf jira..
πKiristaal Paalaas Been Chiilwel Cheelsii irraa ergisaan fudhachuuf fedhii qaba.
πMaarseen AarΓ³n Anselmino Cheelsii irraa ergisaan fudhachuuf fedhii guddaa qaba.
πTootinaam Aksiil Diisaasii fudhachuuf gaafii chelsiif dhiyeesse..
πCheelsiin osoo foddaan hin cufamin Biraayitan irraa Evaan Ferguson fudhachuuf dorgommii taasifamaa jirutti makamaniiru.
πWoolvis amma Keevin Daansoo mallatteessisuuf baay'ee itti dhiyaate..
πAC Milan Fikaayoo Toomoorii Tootinaamitti akka makamu dhiibaa jira. Gurgurtaa isaatiin taphataa sarara ittisaa haaraa mallatteessuu barbaadu.
π Fikaayoo Toomoorii AC Miilaan Turuu kan barbaadu yoo ta'u sadarkaa kanatti gara Tootinaam jijjiirramu hin barbaadu..
πJoonaataan Deevid jijjiirraa bilisaan ganna kana Liil gadhiisa jedhamee waan eegamuuf Niwukaastil isa mallatteessisuu barbaada.
πAl nasir osoo Jhon Duran hin mallatteessiin dura Liverpool waliin Nunez fudhachuuf haasa'uu barbaade garuu Liivarpuul taphataa sarara fuulduraa kun gatii kamiinuu gurgurtaaf akka hin taane itti hime tur
πAl Nassr ji'a kana keessa Raafaa'eel LeΓ£o'f Yuuroo miliyoona 100 dhiyeessee ture garuu AC Milan dide.
π AC Milan hanga xumura bara dorgommii kanaatti Joao Felix ergisaan mallatteessisuuf qarqara irra jira.
πNaapooliin Alaan Seent Maaksimiin mallatteessisuuf Al-Ahli waliin waliigalteerra ga'eera.
πBarnley taphataa sarara fuulduraa Ispoortiin Maarkus Edwaards mallatteessisuuf marii olaanaa irra jira. Walii galteen sadarkaa dhumaa irra jira.
πBorussia Dortmund marii Raayan Cherkii mallatteessisuuf taasifamaa jiru irratti guddina agarsiisaa jira. Taphataan sarara gidduu Faransaay kun jijjiirraa kanaan Yuuroo miiliyoona 22.5 gadhiifamuu kan qabu yoo ta'u, jijjiirraa kanaaf ibsa magariisa kenneera.
π Liillee waliigaltee ergisaa Chuba Akpom Ajax irraa bitachuuf filannoo waliin waliigalaniiru, dargaggeessi ganna 29 kun Fiorentina fi Sunderland caalaa Lille filateera. Chuba Akpom medical isaa Lille darbee jira.
πJoordaan Hendersan kilabicha waliin erga mari'atee booda Ayaaks keessa ni tura. Gara Moonaakootti jijjiiramuun isaa dhaabbatee jira