Lakkoofsa 7 kan uffattuu fi taphattuu sarara ittiisa qarqaraa bitaa #SAAKIINA_KARCHAWI waa'ee ishee waan muraasa.👇👇👇
Umuriin ishee ganna 29 garuu hangaa ammaa hariiroo jaalalaa homaa akkaa hin qabne dubbaatama, bareedina ishee ilaalee namni "osoo kiyyaa taate" kan hin jennee hin jiruu. Miidiyaa hedduunis waan kana biraa ga'uu hin dandeenye, namoonni bayyeen "Isheen Hiriyyaa kiliyaan impaappeeti" jedhanii hamatu garuu isaan "kun sobaadha" jedhani yeroo bayyee dubbaatu.
"Namoonnii tokko tokkoos kubbaa miillaa dhiiste osoo modeling hojjeette'' jedhuu. Taphattuu kubbaa miilaati akkasumas modelistidha. Kilaba guddicha Faransaayi PSG fi Sadarka biyyaatti ammoo FARAANSAYIIF taphaattii.
Baraa 1996ti Faransayi Maati warraa morooko irraa magaala xiqqiitti #Saloon_de_provence naannoo #provence jedhamtu keessattii kan dhalatte yoo ta'uu kubbaa miila ishees achumattii eegalte. Yeroo kubbaa miila eegaltus ijoolle dhiira nannoo ishee jiran waliini. Fedhii fi dandettiin isheen kubbaa miilaatif qabdu guddaata dhufe waggaa lamaaf kilabii biyya keessaa US Miramas keessa erga taphatteen booda garaa kilaba #Montpellier tti makamu dandeessee achittiis iftee mullattee. Isheenis ga'uumsa agarsiisten kilabiin #liyon ofittii makee, Turtii waggaa tokkoo achiitti erga dabrsiteen boodas gara kilaba guddiicha warraa faramsaay #PSGti makamte.
Sadarka biyyattii baraa 2016 irraa kaaste biyya isheef taphachuu irratti argamti. Sadarka biyyattis ta'ee sadarka dhunfaatti akkasumas ammoo kilabaa ishee waliin badhasoota hedduus gonfatettii.
Isheenis waa'ee jaalala gaafatamte turte akkaas jechuun deebii kenniite....👇
"Gaariidha egaa ani ammaaf qofaadha(singliidha) dhiiraa waliin wal bellaamuu caala goolii lakkoofsisu irrattiin xiyyeeffadha" jechuun deebistee. Garuu waan kun anuma qofamoo amanuun kan rakkiise ??
Waan dubbiistaniif ulfaadhaa🙏🙏