Qabxiin kee kan si gammachiises ta’e kan si gaddisiise, jireenyi kee qormaata kanaan hin murtaawu. Gara fuladuraatti daandiin bal'aan si eeggata. Jabaadhaa!❤️✨
Ergaa kana obboloota, firoottan fi barattoota hundaafi qooda (share gochuun) hamilee isaanii ijaari! 🙏♥️
Ergaa kana obboloota, firoottan fi barattoota hundaafi qooda (share gochuun) hamilee isaanii ijaari! 🙏♥️