ሂጅራ ባንክ ከማህበረሰቡ ጋር እያደርገ ያለውን ሰፊ የሃላል ፋይናንስ ግንዛቤ ማስጨበጫ እና ምክክር መርሃግብር በማስቀጠል በዛሬው ዕለትም በጋምቤላ ክልል ጎደሬ ወረዳ ሜጢ ከተማ ከከተማው እና አከባቢው ማህበረሰብ ጋር ያካሄደው ሰፊ የውይይት መድረክ በተሳካ ሁኔታ ተጠናቋል።
የአገልግሎት ተደራሽነቱን በማስፋትም በከተማው አዲስ ቅርንጫፍ "ሜጢ ሁዳ" ብሎ በመሰየም የባንኩ ከፍተኛ የስራ አመራሮች፣ የአከባቢው የእምነት አባቶች እና የሜጢ ከተማ ነዋሪዎች በተገኙበት በደማቅ ሁኔታ አስመርቋል።
Baankiin Hijraa hubannoo halaalaa hawaasaa cimsuuf marii bal’aa hawaasa wajjiin gaggeessaa jiru itti fuufsisuun, guyyaa har’aa waltajjii hubannoo uumuu fi marii Naannoo Gaambeellaa Aanaa Goodarree Magaalaa Meexxititti hawaasa naannichaa waliin haala milkaa’aan gaggeessee jira.
Dabalataanis, Dhaqqabiinsa tajaajila isaa babal’isuudhaan Magaalichatti damee haaraa “Meexxii-Hudaa” jedhee moggaasuun bakka hooggansi ol’aanaan baankichaa, Abbootiin amantii fi bakka hawaasni Magaalaa Meexxii argametti haala hoo’aan eebbisiiseera.
#hijrabank #share_sale #interestfreebanking #investment #ownership #share