የሀጅ ወቅት ሲቃረብ የረህማን እንግዶች በአንድ ልብ ሆነው ወደ አንድ ስፍራ ያመራሉ!
ፊቶች ሁሉ ወደ ፈጣሪያቸው ይዞራሉ!
እጆች ተዘርግተዉ አላህን ይማጸናሉ!
እርሰዉስ የዘንድሮውን ሀጅ ለማድረግ ዝግጁ ነዎት!
ለሀጅ ጉዞ ከተመዘገቡ፣ ለክፉያ አፈፃፀም አይጨነቁ! ባንካችን ለሀጅ ጉዞዎ ፈጣን እና የተሳለጠ የክፍያ አፈፃፀም ሂደት አዘጋጅቶሎታል፣ የዉጪ ሀገር ምንዛሬንም አመቻችቶሎታል።
*827# ላይ በመደወል አልያም ወደ ቅርንጫፎቻችን ጎራ በማለት የዒባዳ ጉዞዎን በሃላል ባንክዎ ያከናውኑ።
የኢባዳ ጉዟችሁ በሀላል ባንካችሁ!
Yeroon Hajjii gaafa ga’u keessummoonni Rahmaan qalbii tokkoon gara tookkotti imalu,
fuulaan gara Rahmaan naanna’u,
Harka diriirsanii rabbiin kadhatu!
Isin hoo Hajjii bara kanaa raawwachuuf qophiidhaa?
Akkuma galmee Hajjii xumurtaniin filannoo kaffaltii Hajjii Baankii Hijra taasifadhaa! Baankiin Hijraa tajaajila si’ataa fi mijata ta’e fedha keessaniin walsimsiisee isiniif kennudhaaf qophii isaa xumuree jira; Tajaajila sharafa biyya alaas mijeessee jira. Kaffaltii keessan *827#tti bilbiluun ykn immoo damee keenya isinitti dhihoo jiru goruudhaan raawwachuu dandeessu.
Imala Ibadaa keessan baankii Halaalaa keessaniin!
#HijraBankHajj #Hajj2025 #YourHalalBank #HajjMadeEasy #SeamlessHajjPayment