Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
baatiin ramadaanaa gaafa seenu, mu’imintoonni zikrii irratti jabaatu, guyyaa guyyaan rabbiin galateeffatu, daa’immaan jaalalaan dhungatamu, firoottan jaalalaan simatamu
.
.
.
.
haramarraa bahuudhaan haalaala hojjataa, daandii qajeellumaa itti aragatu, qoodanii qoodamanii baatii ramadaanaa dabarsu.
Nutis qama imala kanaa waan taaneef tajaajila adeemsa shari’aa irratti bobba’ee fi baankiingii ammayya fayyadamuun sadaqaa kennataa nu wajjiin akka dabarsitan isin affeerra.
Ramadaan mubaarak!
Baankii hijra imala gara egeree ifaa.
#HijraBank #RamadanMubarak #JourneyToBrightFuture #BlessedRamadan #IslamicBanking #GiveWithFaith