Hundaa isaanii ni darbita!
Namni waan guddaa barbaadu qorumsa guddaa keessa darba. Sodaa keessa darba, miira namaa hin tolle keessa darba, dhiibbaa fi qeeqa namootaa keessa darba, abdii hin kutatu!
Sababni isaas uumaa abdii hin kutannee fi eenyummaa kufaatii hin dandeenye akka qabu hin dagatu.
Galgala gaarii isiniif hawwina
Oromia kakaasuu
Hiriyaa kee isa guddaa!
@Hiree_koo12