Ahmedin Jebel - አሕመዲን ጀበል dan repost
GARGAARSA MAALLAQAA WAL’AANSA FAYYAAF GAAFACHUU TA’A.
🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴
Jaallatamtoonni Hundi, Obboleessa keenya Hassen Huseen Haji nama ganna 43 jiraataa magaalaa Aselaa, Ethiopia, yaala fayyaa isaatiif gargaarsa keessan kabaja waliin isin gaafachuuf barreessaa jirra.
Hir'ina dhiigaa fi dhibeen ‘epistaxis’ jedhamu fayyaa isaa irratti dhiibbaa guddaa geessaa akka jiru Doktoroonni Hospitaala Xiqur Anbassaa adda baasaniiru. Gareen Doktoroota Hospitaalichaa carraa fayyaa argachuuf biyya alaatti yaala dabalataa akka isa barbaachisu gorsaniiru.
Haa ta’u malee, sababa hanqina maallaqaatiin baasii biyya alaatti yaalaaf isa barbaachisuuf rakkatee jira. Baasii wal'aansa isaa hamma ta’e deeggaruuf gargaarsa keessan barbaadaa jirra. Gaheessa umrii isaa hin quufin kan bu’aa guddaa biyyaa buuse kana maqaa Rabbiitiin baraarudhaaf Waan isin nuu arjoomtan xiqqoollee hin tuffannu. Nu bira dhaabadhaa.
Obbo Hasan Huseen, Yuunivarsiitii Haramayaa irraa digrii 1ffaa fi 2ffaan ‘Bachlor of Science in Agricultural Extension fi MBA’n eebbifameera.
Waggoota hedduudhaaf ummata isaa tajaajilaa tureera. Harar keessatti qondaala misooma hawaasummaa ta'uun RCST hojjateera. Harar aanaa Midhaagaa Tolaatti akka Project specialist fi hogganaa tiimii projektichaa ta'uun tajaajileera. Akkasumas garee deeggarsa sochootuu misooma hawaasaatiin kan hoogganamu qondaala misoomaa ta’uun RPCUn akka ofisara EFSMtti bakka bu’ee tajaajileera. Garee Deeggarsa socho’aa ta’ee, Hararitti qondaala Koorniyaa fi Hiyyummaa hir'isuutti hojjateera. Akkasumas Zoonii Baaleetti Ofisara Leenjii Sirna Akeekkachiisa Duraa ta’uun kan tajaajilan yoo ta’u, Kolleejjii Boqojjiitti ATVET keessatti Barsiisaa ta’uun tajaajilaniiru.
Nama guddaa fi qabeenya biyyaa ta’e kanaaf gargaarsa yeroo rakkisaa kana keessatti nuu gootaniif baay'ee galatoomaa.
Miseensonni garee maqaa isaaniitiin herregni baankii baname: 1. Obbo Hasan Huseen Hajjii (dhukkubsataa); Dr Tulluu Kurkii, Kab. Obbo Maammoo Tusii.
Akkaawuntiin: 1000662352555 CBE;
013200812893100 Baankii Awaash;
1078041090115 Baankii Sinqee;
1000300340451 COOP Oromiyaa;
210854948 Baankii Abisiiniyaa;
1102030100001 Oromiyaa OIB.