‘#Tigraay keessatti adeemsi loltoota duraanii hidhannoo hiikkachiisuu ittiin hogganamaa jiru sirrii miti’ - #ABUT
Adda Bilisummaa Uummata Tigraay Dabratsiyoon Gabramikaa’eliin hogganamu, adeemsi hidhattoota duraanii hidhannoo hiikkachuu fi deebisanii ijraaruu (DDR) Tigraay keessatti gaggeeffamaa jiru “haala itti hogganamaa jiru sirrii miti” jedhe.
Dura taa’aa Itti aanaa dhaabichaa Amaanu’eel Asaffaa ibsa kaleessa laataniin, loltoota duraanii hidhannoo hiikkachiisuun dura “humnoonni Raayyaa Ittisa Biyyaa ala ta’an Tigraay keessaa bahuu qabu” jedhan.
Itti dabaluun, "bulchiinsi yeroo naannichaa [Geetaachoo Raddaan hogganamu] haala Waliigaltee Piritooriyaa waliin wal hin simneen harka namoota dhuunfaatti kufeera” jechuun qeeqaniiru.
📡 MIIDIYAA @Olmaa_Addunyaa
@News 📡