"Bakka fedhiin jirutti yeroo hunda karaan ni jira."
Rakkoo hundumaa keessatti abjuu kee hordofuuf fedhii qabaadhu, .
Yeroo abdiin hundi waan hin jirre fakkaatuttillee.
Abjuu kee hordofuudhaan gara fuulduraatti tarkaanfachuuf fedhii yoo qabaatte, .
Karaan jiraachuun isaa hin oolu jedheen isiniif mirkaneessa.
Abdii kutachuu didi.
Karaa guddinaa barbaaduu itti fufi- sababni isaas dandeettiin kee DAANGAA HIN QABU!
━━━━━━━━━━━
@Jechota_hayota