Kana eenyutu dubbisuu akka qabu hin beeku GARUU....
Of Shakkii Dhiisi
Harkiffachuu Dhiisi
Negative Ta'uu Dhiisi
Gadhee Ta'uu Dhiisi
Sababachuu dhiisi
Yeroo qisaasuu dhiisi
Jibbitoota Dhaggeeffachuu dhiisi
Waa'ee egeree abjuu guyyaa abjoochuu dhiisi
Waan tokko akka sitti siqu qofa hojjechuu dhiisi
Nama gammachiisuuf jiraachuu dhiisi
Namoota biroo komachuu dhiisi
Dogoggora darbe irratti xiyyeeffachuu dhiisi
Waadaa duwwaa kennuu dhiisi
Of sobuu dhiisi.
Namoota dogoggoraa wajjin yeroo dabarsuu dhiisi
Garmalee yaadda'uu dhiisi.
Nama kamiinuu of madaaluu dhiisi
Nama hin taane ta’uuf yaaluu dhiisi
Qaama kee jibbuu dhiisi
Namoota biroon dinqisiifamuuf yaaluu dhiisi.
Rakkoo kee irraa fiiguu dhiisi.
Nama biraatti hinaafuu dhiisi.
Wantoota mudaa hin qabne gochuuf yaaluu dhiisi
Yoo hin taanetti akka waan hunduu gaarii ta’etti socho’uu dhiisi.
Rakkoo keetif nama komachuu dhiisi
Nama hundaaf waan hunda ta'uuf yaaluu dhiisi.
SABABA GOCHUU Dhaabi! 💯
GORSA JIREENYAA✅️
━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechota_hayota