#11 ✍️
❯❯❯ ░ Xinsammuu 11❓
1. Dhalachuun namoota baay'ee addunyaa Kanaaf ba'aadha. Kan namoota muraasaa immoo bu'aadha!
2. Of beekuun beekumsa addunyaa kana irraa isa qaaliidha; hirkattummaa jalaa nama baasa! Birmadummaa dhas!
3. Of ta'uun jireenya fakkeessuu irraa si baraara!
4. Sammuun akkeessuu fi fakkeessu maseena. Cimina firii isa godhachiisus hin qabu!
5. Nama irraa baradhu, garuu nama hin fakkaatin!
@Koket_Media 🍒