BEEKSISA!
Beeksisa Abbaa Alangaa Godinaa fi Aanaa jijjiirraa Magaalotaaf Dorgomanii;
Biroon Abbaa Alangaa woliigala Oromiyaa hanqina humna Abbaa Alangaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar, Adaamaa, Bishooftuu fi Shaashamannee irratti qabu furuuf jecha beeksisa dorgommii jijjiirraa gaafa 9/3/2017 baasuudhaan Abbootii Alangaa Godinaa fi Aanaa ulaagaa seeraan taa'e guutanii argaman galmeessaa turuun isaa ni yaadatama. Haaluma kanaan dorgomtoota galmaa'an kanneennen maqaan keessan armaan oliitti caqasamtan qormaata barreeffamaan 40% keessaa keennamu akka fudhattan calalmtanii jirtu.
#Yeroo👉 Gaafa 22/5/2017 Ganama keessaa 3:00 irratti
#Bakka qormaataa👉 ILQSO
#Biiroo Abbaa Alangaa Woliigala Oromiyaa