NAMOONNI YEROO BIIZINASII JALQABAN MAAL JEDHAN
Maatii
☑️Hin hojjettu Akkuma nama hundaatti hojii idilee qofa argadhu. Maaliif adda ta'uu qabda?
Hiriyoota
☑️ Kana booda yeroo nu waliin hin dabarsitu. Si malee waa hojjechuu jalqabuuf jirra.
Miiltoo
☑️Yeroo baay'ee hojiidhan waan dabarsituuf kana booda waan gaarii waliin hin hojjennu.
🧡 Hundi isaa sagalee dha Gaafa ati milkooftu waan kana hin dubbatan Sagalee sana cabsitee cimtee hojjechuu qabda.☑️
Yaada daldalaa 2🧠
Channel | Like | Share | Save