Bara yeroo dhumaaf Cheelsiin Arsenaal injifate.
1️⃣ bunni shiniin tokko qarshii 3-5 ture.
2️⃣ Warri bara sana wal jaallataa turan amma wal fuudhanii, ijoollee lama, sadi faa argataniiru.
3 Bilbilli keenya 2G fi 3G ture. Har'a 4G fi 5G dhufeera!
4 Bara sana bunni kiiloon 1 qarshii 60-80 ture, amma gara 1300 ti.
5. Bara sana hoolaa gabbataan 1 qarshii 3k ture. Har'a garuu 3k tiin lukkuu yyuu huuqqattuushee bitta.
6. Akkasuma goromsi bara sana dhalatte har'a ofiifuu dhaltee ilmoo qabdi!
7. Daa'imman bara sana A, B, C... jedhanii barataa turan har'a walaloo nuuf barreessuu danda'u!
8. Addunyaa irratti namni 'AI' fi 'ChatGPT' beeku hin jiru ture. Har'a garuu barattoonni keenya isaan qormaata hojjetachaa jiru.
9. Namni keenya bara sana biyya alaatti video haasa'uuf 'imo' qofa fayyadama ture! 📞📱
10. Bara sana iPhone 11 qofatu ture, har'a garuu 18 iyyuu dhufeera jedhu.
11. Bara sana Data 20MB qarshii 3n bitnee ittiin oolla turre. Har'a garuu 1GB iyyuu sa'aatii tokkotti dhumata.
😂😂😂😂😂
kan hafe itti guutaa...
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡️
@Madda_Qoosaa𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡️
@Madda_Qoosaa♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔇 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ