ODUU ARSENAL


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Inglizcha


The Best and Trusted Arsenal Channel in afaan oromoo

Bog‘liq kanallar

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Inglizcha
Statistika
Postlar filtri


🔴⚪ Gareen dubartoota keenya hanga ammaatti Women’s Super League keessatti 👩⚽

🏟️ Taphoota 5
✅ 3 Mo’anii
🤝 1 Walqixaa
❌ 1 Mo’amanii

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11


🔴⚪ Gareen keenya dubartootaa har’a hin milkoofne. 😔💔
Bara darbe akkas hin turre… har’a garuu Man City’n 4–2 nu mo’ate.

Gara fuulduraatti ni deebina, Gunners! ❤️🤍

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11


Yuriyeen Tiimber eeggattummaadhan jalqaba! ✅

🇳🇱 Neezerlaand Vs Seerbiyaa 🇷🇸

Sa'aatii 3:45 ⌚️


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@ODUUARSENAL11


🎁🔥 Boonaasiin Deposit 50% jalqabameera! 🏃‍♂️💥

Tapha keenya baay'ee ho'eera! 🎲✨

⏰ Waaree booda sa'aatii 10:00 irraa jalqabee hanga halkan sa'aatii 6:00tti qofa!

Birrii 300 fi isaa ol yoo deposit gootan boonaasii dabalataa 50% ni argattu!

🔹 Birrii 300 ➜ 450 balance!
🔹 Birrii 1,000 ➜ 1,500 balance!

Carraan kun isin jalaa hin darbiin, ammuma seenuun taphadhaa, bohaaraa, badhaafamaa! 🥳🏆

💳 Salphaatti deposit godhaa
⚡️ Saffisaan withdraw godhaa
🎲 Tapha baay'ee namatti tolu

Ammuma miseensa ta'aa 👇

👉
@Goferebingobot
👉 @Goferebingobot


Bukaayoo Saakaa kilabaa fi biyya isaatiif bara dorgommii kana:-

👕 Taphoota 9  jalqabe
⚽️ Goolii 5 galche

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || 
@ODUUARSENAL11


🔥 Boonaasiin ammas itti fufeera... Isin jalaa hin darbiin! ⏱🎁

Boonaasiin 50% ammayyuu hin cufamne! Hanga halkan sa'aatii 6:00tti seenuun boonaasii keessan fudhadhaatii bohaaraa dabarsaa! 😉

⏰ Hanga halkan sa'aatii 6:00 qofa:

Birrii 300 deposit gochuun herrega 600 fudhachuun carraa keessan ammuma fayyadamaa!👇👇

👉
@Goferebingobot


Happy Birthday Tomas Rosicky🎂🎉

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@ODUUARSENAL11


Taphattoota kilabii keenya Arsenaal har'a biyyoota isaanii waliin tapha taasisan:

🇳🇴 Maartiin Odegaard


🇵🇹 Porchugaal 🆚 Noorwey 🇳🇴

⌚️ Sa'aatii 3:45

🇳🇱 Juuriyeen Tiimbar


🇳🇱 Neezarlaandis 🆚 Sarbiyaa 🇷🇸

⌚️ Sa'aatii 3:45



𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@ODUUARSENAL11


🇪🇸 Tapha amma Ispeen Cheek Riippaabliik 3–1n injifatte irratti taphatan kilabii kenyaa Mikeel Merinoon goolii galchuu danda’eera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || 
@ODUUARSENAL11


Star boy 💫

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11


Tapha amma Ingilaand Kirooshiyaa waliin taasiisaa jirtu irratti urjiin keenya Bukaayoo Saakaa gooliiwwan lama lakkoofsiiseera! 🔥


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@ODUUARSENAL11


🔥 Boonaasiin ammas itti fufeera... Isin jalaa hin darbiin! ⏱🎁

Boonaasiin 50% ammayyuu hin cufamne! Hanga halkan sa'aatii 6:00tti seenuun boonaasii keessan fudhadhaatii bohaaraa dabarsaa! 😉

⏰ Hanga halkan sa'aatii 6:00 qofa:

Birrii 300 deposit gochuun herrega 600 fudhachuun carraa keessan ammuma fayyadamaa!👇👇

👉
@Goferebingobot


Arsenaal murtoo leenjisaa Arteettaatiin Istaadiyeemii Eemireetsii guddisuuf karoorfatee ture haqeera! 🏟️❌

kilabiin kenyaa Arsenaal waggoota lamaan darban qorachaa kan turee fi dandeettii teessoo Istaadiyeemii Eemireetsii 60,700 irraa gara 70,000 hanga 80,000tti guddisuuf karoorfatee ture dhiisuuf murteesseera.

Gabaasni Geerii Jaakoob akka ibsetti sababni guddaan murtoo kanaaf kenname ijaarsi kun sochii garee fi bu'aa tapha irratti dhiibbaa hamaa geessisuu danda'a sodaa jedhuuni.

Ijaarsi kun yoo gaggeeffame Arsenaal taphoota dirre isaa yeroo murtaa'ef istaadiyeemii biroo keessattuu Weembilii taphachuuf dirqamuu danda'a kanaafuu leenjisaan Miikel Arteettaa yeroo gareen kun waancaaf gurguddaaf morkachaa jiru kanaatti faayidaa dirree ofitti taphachuu dhabuu akka hin barbaadne ibseera. ⚔️

Dabalataanis Tottanaaham yeroo Weembiliitti taphachaa ture qabxii isaa gad bu'uu galmeessaa akka turre fakkeenya gaariitti fudhatameera. 🧠

Haa ta'u malee ijaarsa gurguddaa kana dhiisuun kilabichi bakka taa'umsa VIP, iddoo keessummootaa, suuqota, tekinooloojii qunnamtii keessaa fi muuxannoo deggartootaa sadarkaa sadarkaan fooyyessuuf karoorfateera! ✨



𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@ODUUARSENAL11




Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
Yaadni koo gamaa ketii 🤗

Vidiyoo kana warren jaalatanii ❤️👍😍 tuqaa

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@ODUUARSENAL11


🚨 Taphataan sarara fuulduraa qarqara dinqisiisaan lammii Ispeen umurii waggaa 17 Owen Emeka ijaa Arsenaal keessa seeneera! 🇪🇸💎

Arsenaal urjii dargaggeessa kilabii Giraanaadaa kana mallatteessisuuf gaaffiiwwan sadarkaa duraa kan dhiyeesse yoo ta'u taphatichi waliigaltee isaa keessatti gatii waliigaltee diigduu  Yuuroo miiliyoona 15 qofa kan qabu ta'uun gabaafameera! 💣⚡️


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@ODUUARSENAL11


Goolii Eeggaan kilabii keenyaa Kepa Arrizabalaga har'a guyyaa dhalootaa isaa waggaa 32ffaa kabajachaa jira! 🎈🧤

HAPPY BIRTHDAY! 🎉🥳


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || 
@ODUUARSENAL11


🌼🌾 Baga Ayyaana Irreechaatiin Isin Gahe! 🌾🌼

Boonaasiin Deposit Bonus 50% banameera! 🎁💥

Ayyaana kana waliin kabajaa, tapha keenyaan bohaaraa akka dabarsitaniif hanga halkan sa'aatii 6:00 tti boonaasiin herrega guuttachuu 50% banamee jira! 🎁💥

Tapha keenya GOFERE BINGO irratti dorgommiin ho'eera; ammuma seenuun boonaasii keessan fudhadhaa! 🎲🥳


Telegramaa👉 @Goferebingobot


Rayaa 📸


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11


🌼🌾 Baga Ayyaana Irreechaatiin Isin Gahe! 🌾🌼

Boonaasiin Deposit Bonus 50% banameera! 🎁💥

Ayyaana kana waliin kabajaa, tapha keenyaan bohaaraa akka dabarsitaniif hanga halkan sa'aatii 6:00 tti boonaasiin herrega guuttachuu 50% banamee jira! 🎁💥

Tapha keenya GOFERE BINGO irratti dorgommiin ho'eera; ammuma seenuun boonaasii keessan fudhadhaa! 🎲🥳


Telegramaa👉 @Goferebingobot

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.