👉AMALOOTA AFRIKAAN ITTI BEEKAMAN :
✅Maallaqa erga ATM irraa baasanii booda lakkaa'uu
✅Otobusii keessa nama adii cinaa yoo tette akka nama cimatti sii ilaalu.
✅Yeroo qaama dhiqattu,bakka deemtu qabda jedhanii si gaafatu.
✅Giiftii bareedduu fuudhuun sagaagaltuu fuudhuu wajjin wal qixa.
✅Yeroo ayyaanni gahu uffata haaraa bitachuu
✅Foon Lukku keessaa kutaaleen addaa tokko tokko kan abbaa warraaf
an qabaman jiru
✅Namni tokko maaykiroofooniin yommuu kennamu,jalqaba qilleensa itti afuufu ykn qubaan tuquun fayyadamaan duraanii maaykiroofoonii wal fakkaatu fayyadamee osoo jiruu hojjechaa jiraachuu fi dhiisuu isaa qoratu.
✅Yeroo duroomtu,namoonni kutaa ciisichaa dhoksaa namni itti hin seenne qabda jedhu.
✅Yeroo dulloomtu falfalaa ta'uun si shakkama.
✅Meeshaalee tokko tokko addatti daawwattootaaf cinatti kaa’uu.
✅Foon lakkaa’uun walqixa akka dhihaatu mirkaneessuu.
✅Afrikaa keessatti duuti uumamaa hin mudatu.Yeroo hunda diinni keetu sababa.
✅Yeroo dhoqqee keessa deemanii mana seenan kophee baafachuu.
✅Yeroo kutaaleen tokko tokko hin xuroofnettillee kompaawundii guutuu qulqulleessuu.
✅Yeroo karaa tokkoon qaxxaamuran bitaa fi mirga ilaaluu.
✅Bishaan erga dhugdee booda qaruuraa pilaastikii duwwaa gara fuulduraatti itti fayyadamuuf kaa’uu
✅ Teessoo addaa mana keessatti abbaa manaaf qabu.
Mee dabalataan itti dabalaa..

✍ @OduuleeDinqisiisoo
✍ @OduuleeDinqisiisoo