#Waamicha #Freshman
#Odaa Bultum
Barattoota Sagantaa Idilee Waggaa 1ffaa Yuunivprsiitii Odaa Bultum Hundaaf.
Bara barnootaa 2016 A.L.L tti sagantaa fooyya'iinsaatiin (Remedial program) barnoota
keessan hordofaa turtanii qabxii Seensa yuunivarsiitii kan argattaniifi barattoota haaraa bara 2017 A.L.l.tti Yuunivarsitii Odaa Bultumitti ramadamtan hundi, guyyaan galmee Sadaasa 4-5/2017 A.L.I.tti ta'uu hubattanii, guyyaa jedhametti qaaman argamuun akka galmooftan isin beeksifna. Yeroo galmeef dhuftan;
1. Firii qormaata naannoo kan kutaa 8ffaa 'orijinaala'fi 'koppii' tokko
2. Firii qormaata biyyoolessaa kutaa 12fTaa •orijinaala'fi 'koppii' tokko
3.'Tiraaniskiriiptii' kutaa 9-12ffaa galmeessiftan 'orijinaalafi koppii tokko
4. Suuraa qomaa Olii afur, akkasumas
5. Uffata qorraa, uffata ispoortii, uffata boraatiifi 'ansoolaa' qabattanii dhufuun isinirraa eegama.
Barattoota guyyaa jedhame dursaniis ta'ee, dabarsanii dhufan yuunivarsiitichi kan
hinkeessummeessine ta'uu gamanumaan isin beeksifna.