Hojii gaggeessaan olaanaa Telegram Pavel Durov poolisii Faransaayiin buufata xiyyaaraa kaaba Paaris jirutti to'annoo jala oolaniiru.
Mr Durov jeettiin dhuunfaa isaaniin buufata xiyyaaraa Le Bourget itti erga bu'ee booda to'annoo jala ooluu isaanii miidiyaaleen Faransaay gabaasan.
⛔️ Akka qondaaltonni jedhanitti biliyeenarri ganna 39 kun yakka appii ergaa beekamaa (Telegram) kanaan walqabatee raawwateen ajaja kennameen to'annoo jala oole. Qorannoon kun waa’ee hanqina moderators akka ta’e kan himame yoo ta’u, Mr Durov itti fayyadama yakkaa Telegram to’achuuf tarkaanfii fudhachuu dhabuu isaaniitiin himataman.
🔇 Appichi daldala qoricha sammuu namaa hadoochu fi hanna irratti qaamolee seera kabachiisan waliin tumsuu dhabuun himatame jedhu.
😢 Taatee kana hordofuun gatiin TON fi NOTCOIN haalaan gadi bu'aa jira 🔻
👉 Gatii DOGS ittin tarreeffamu irrattis dhiibbaa guddaa ni qabaata jedhama.
📢 | @Oro_Tech_Tipz