OroIspoortii™️


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Inglizcha
Toifa: Sport


🔯Isportii Jalalaafi🔯
⚽ Oduu isportii yeroo isaa eggatee
💶 Jijjirraa taphatotaa
📒 Seenaa taphatotaa
🖥️ Tamsasaa kallattii
🔊 Oduu bashanasisaa
📳 Yaada qabdanif Fi Naman Cross gochuu bardananii👉 @Abdii2211

Bog‘liq kanallar  |  O‘xshash kanallar

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Inglizcha
Toifa
Sport
Statistika
Postlar filtri


Sadarakaa Garee Englaand argatee


Sadarakaa Garee Crotia argatee


Man of the match


🟢Tapha Neshiin liigii amma taphatamaa jiru.

🕑 Xumurame
Kirooshiyaa 0-7 Inglaand
#Keen 8', 53'
#Beelengaahaam 21'
#Goordon 39'
#Saakaa 44', 68'
#Roojeersi 88'


Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruu sa'ati kanatti internate hin dangeffamne kenname waan jiruuf bakka free internate jedhuu tuqun add godha bilisan fayyadama. Utuu hin dhaabbatin dafaa itti fayyadama
Waver @Junaddiint


Biraayiteen badhaasota baatii kanaa hundaa ofitti fudhataniiru


🟢Taphataan sarara fuunduraa Arsenaal Kiristoos Zooliis miidhaman torbee lamaa hanga sadii fagaachuu danda'a jedhameera


Kiristoos Zooliis Miidhame!

Taphataan sarara fuulduraa garee biyyaalessaa Giriikii fi Arsenaal, Kiristoos Zooliis, miidhaa maashaa isa mudateera.

Zooliis tapha Giriikii fi Neezerlaand gidduutti gaggeeffame irratti, L miidhaa isa mudateen dirree irraa bahuuf dirqameera.

Hanga ammaatti hammi miidhaa taphataa kanaa sirriitti hin ibsamne. Haala miidhaa isaa adda baasuuf qorannoo fayyaa dabalataa akka godhamu eegama.


Taphoota Neeshin Liigii har'a taphataman.

11:00 🔰 Kaazakiztan Mooldovaa waliin
01:00 🔰 Saaypires Armeeniyaa waliin
01:00 🔰 Laativiyaa Montenegiro waliin
03:45 🔰 Beeljeem Tuurk waliin
03:45 🔰 Faransaay Xaaliyaan waliin   
03:45 🔰 Haangaarii Joorjiyaa waliin
03:45 🔰 Yuukireen Ayeerlaand Kaabaa waliin
03:45 🔰 Boosiniyaa Siiwdiin waliin
03:45 🔰 Poolaand Roomaaniyaa waliin
03:45 🔰 Faaroo Ayislaand Sloovaakiyaa waliin


Qabxii taphoota kaleessa taphatamanii


#Breaking

✍️kilaboota 20 pirimiyeer Liigii keessaa kilaboonni 15 Maan Siitin Liigicha keessaa akka gadi bu'uuf sagalee deeggarsaa kennan. Kun qorannaa himanna kilabicha irratti gaggeeffamaa jiru hordofeeti.

Maddi Miguel Delan


Ardaa Guuleer taphataa cimaa Riyaal Maadriid baatii kanaa ta'uun filatameera


Miikeel Oliseen taphataa cimaa Boondasliigaa Jarman baatii Fulbaanaa ta'un filatameera


Ramaddii Neeshiin Liigii taphoota lama booda


Qabxii taphoota Neeshiin Liigii kaleessa taphataman


🟢Gareen biyyaalessaa Ispeen garee jalqabaa taphoota 40 osoo hin injifatamin imale ta'eera
Toraa Tiktok kenyaa👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.tiktok.com/@oroispoortii2?_t=ZM-8tH5lvD3vss&_r=1
Share
🔥 📶 @OroIspoortii2
🔥 📶 @OroIspoortii2
♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🟢Tapha Neshiin liigii amma taphatamaa jiru.

🕐 Xumurame
Skootlaand 0-2 Siiwzeerlaand
Cheek Ripablik 0-2 Inglaand
#Goordoon
#Haary keen
Ispeen 4-1 Kirooshiyaa
#Yamaal #Beeljo
#Puubiil
#Yamaal
#Wiiliyaamsi
Toraa Tiktok kenyaa👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.tiktok.com/@oroispoortii2?_t=ZM-8tH5lvD3vss&_r=1
Share
🔥 📶 @OroIspoortii2
🔥 📶 @OroIspoortii2
♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🟢Taphoota Neeshiin Liigii har'a taphatamu.

01:00 🔰 Finlaand Beelaarus waliin
01:00 🔰 Moldoovaa Faaroo Ayisland waliin
03:45 🔰 Slovaakiyaa Kaazakiztaan waliin
03:45 🔰 Buulgaariyaa Istooniyaa waliin
03:45 🔰 Saan Maarinoo Albaaniyaa waliin
03:45 🔰 Cheek Ripablik Inglaand waliin
03:45 🔰 Ispeen Kirooshiyaa waliin
03:45 🔰 Sloveeniyaa Meqedooniyaa Kaabaa waliin
03:45 🔰 Skootlaand Siiwzeerlaand waliin
03:45 🔰 Luukzenbarg Ayislaand waliin
Toraa Tiktok kenyaa👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.tiktok.com/@oroispoortii2?_t=ZM-8tH5lvD3vss&_r=1
Share
🔥 📶 @OroIspoortii2
🔥 📶 @OroIspoortii2
♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🟢Taphoota har'a taphataman.

✔️Gulaallii Geeba Afriikaa
09:00 🔰 Itiyoophiyaa Seenegaal waliin
09:00 🔰 Koomooroos Naamibiyaa waliin
10:00 🔰 Suudaan Kibbaa Ijiipt waliin
10:00 🔰 Burundii Aljeeriyaa waliin
10:00 🔰 Leesettoo Moorokoo waliin
10:00 🔰 Moozaampiik Suudaan waliin
11:00 🔰 Maadagaskaar Taanzaaniyaa waliin
11:00 🔰 Keep Vaardee Ruwaandaa waliin
11:00 🔰 Giinii Bisaaw Naayjeeriyaa waliin
11:00 🔰 Zaambiyaa Toogoo waliin
01:00 🔰 Ugaandaa Liibiyaa waliin
01:00 🔰 Gaanaa Gaambiyaa waliin
04:00 🔰 Laayibeeriyaa Maalii waliin
04:00 🔰 Koongoo Kaameeroon waliin
04:00 🔰 Beeniin Maawuritaaniyaa waliin
04:00 🔰 Soomaaliyaa Ayvoorikoost waliin
04:00 🔰 Gaaboon Nijer waliin
Toraa Tiktok kenyaa👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.tiktok.com/@oroispoortii2?_t=ZM-8tH5lvD3vss&_r=1
Share
🔥 📶 @OroIspoortii2
🔥 📶 @OroIspoortii2
♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🟢Taphoota Neeshiin Liigii Kallessaa taphatamen.

🕧Xummurame
Beeljeem 0-1 Faransay

Tuurk 1-4 Xaaliyaan

Siiwdiin 3-1 Poolaand

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.