π
ππ«πππ§πππ 18;1 ππ€π€ππ§ π£πππ‘ππ
18Yaa Waaqayyo aangoo ko,
ani sonaan sin jaalladha;
2Β Waaqayyo kattaa koo, masaraa koo, oolchaa koo tis;
Waaqayyo koo da'oo dhagaa isa ani kooluu itti galuu dha;
gaachana koo, isa akka gaanfaa fayyina koof faccisu,
iddoo dhokannaa koo isa ol jedhaa dhas.
3Β Waaqayyoon isa jajamaa nan waammadha,
inni immoo harka diinota koo na oolcha.
@Seenaa_Tube