Farfanna 148:1
148Waaqayyoon jajadhaa!
Bantiiwwan waaqaa keessaa Waaqayyoon jajadhaa,
ol gubbaa sanatti isa jajadhaa!
2 Ergamoonni isaa warri waaqa irraa
hundinuu isa jajadhaa;
macci isaa hundinuus isa jajadhaa!
@Seenaa_Tube
148Waaqayyoon jajadhaa!
Bantiiwwan waaqaa keessaa Waaqayyoon jajadhaa,
ol gubbaa sanatti isa jajadhaa!
2 Ergamoonni isaa warri waaqa irraa
hundinuu isa jajadhaa;
macci isaa hundinuus isa jajadhaa!
@Seenaa_Tube