Arjaa naaf taate!)
Callisashee jalatti,
Jaalala biqilchite,
Obsa kunuunsite,
Ofitti na aansite,
Dogoggora soroorte,
Anatti dhamaatee!
Bakka boqonnaakoo,
Arjaa naaf taate!.....❤️🔥
@Sona_Official1
Callisashee jalatti,
Jaalala biqilchite,
Obsa kunuunsite,
Ofitti na aansite,
Dogoggora soroorte,
Anatti dhamaatee!
Bakka boqonnaakoo,
Arjaa naaf taate!.....❤️🔥
@Sona_Official1