MAALIIF OF NYAACHAA JIRAATTA!¿🤔
. kutaa1ffa.. ♥️
Barri dhala namaa muramaa dha. Waan akka qilleensaatti shuf jedhee darbu wayiitis. Guyyaan murameef gaafa ga'u, sekoondota baay'ee shishifii ta'an namni umurii isaa irratti dabalachuu danda'u hin jiraatu. Hafuura baafannaan, argansuunis, harka waaqayyootiin to'atama.
Utuu biyyi lafaa kun hinuumamin fuula dura, umurii nuuf qoodame sana xumurree hamma keessaa deemnutti, dacheen kun bu'aaba'iidhaan guutuu dha. Halkaniifi guyyaa, ifaafi dukkana, argachuufi dhabuu, gadduufi gammaduutu wal namatti jijijjiira.
Akka gaddanitti hinhafani; guyyaa biraan ammoo gammachuu baadhatee nama eeggata. Yeroof yoo dimimmisaawuu irra darbee dukkanaa'e iyyuu, bari'uun isaa waan hinoolleef ifni dinqisiisaan isaa dhufee dukkana sana iddoosaatii ari'ata. ♥️
Ribuun namaa altokko tokkoo ni laafa; deebi'eemmoo jabaata. Biiftuun waan lixxe fakkaatee, abdiin namaas dhidhimee waan humna dhaban yoo fakkaatu iyyuu deebi'ee lata..
@Sona_Official1
kUTAA2ffffaaaa iitt fufaa..