Rafullee ka'ullee
Ani suman argaa
Yaadni kee guyyuun
Na keessatti marga
Akkam godheen laata
Yaaddoo kee kan dhiisu
Oolmaa na dhorkeera
Halkanirree hin ciisu
Atumti naaf dhawi
Malaafi falasaa
Atumti na fayyisi
Situ na dhukkubsaa
Bu'i onnee koorraa
Lapheerra na taa'i
Situ rakkoo kooti
Furmaatas naaf ta'i
@Sona_Official1
Ani suman argaa
Yaadni kee guyyuun
Na keessatti marga
Akkam godheen laata
Yaaddoo kee kan dhiisu
Oolmaa na dhorkeera
Halkanirree hin ciisu
Atumti naaf dhawi
Malaafi falasaa
Atumti na fayyisi
Situ na dhukkubsaa
Bu'i onnee koorraa
Lapheerra na taa'i
Situ rakkoo kooti
Furmaatas naaf ta'i
@Sona_Official1