WAAMICHA
YUUNIVARSIITII MATTUU
Yuunivsrsiitiin Mattuu barattoota isaa buleeyyiif waamicha Taasiseera.
Guyyaan galmee barattoota idilee kan bara 2019 Fulbaana 7-8 tahuu Yuunivarsiitichi beeksiseera
Fulbaana 11 barnoonni ni Eegala.
Barattoota bara darbe sangantaa fooyya'iinsaa achitti barachaa turanii qabxii darbiinsaa fidanii fi barattoota qormaata kutaa 12ffaa darbanii yuunivarsiitichatti ramadamaniif waamichi fuulduratti kan taasifamu taha.
Odeeffannoo sirrii waa'ee Sangantaa Remeediyaalii fi Waamicha Yuunivarsiitiiwwanii argachuuf Channel Keenya join gochuun nu hordofaa
https://t.me/TopAcademyC