Guutuu Shifarraa
Simbookoo 🎸🎼🎸
Simboo koo ulfina kooti ulfinni isaa
Fagoodhaa na waame jaalallisaa
Altakkaa mana isaatti natti hin badne
Qaawwa koof mudaakoo diinni hin arginee
Itti hin hir'atiin galannisaa*2
Yoomuu maqaasaa nan eebbisa
haalakoo dhiisse ofiikoo dhiisee
Maal ta'a yeessoo yoon eebbisa
Jireenyaaf haalli nama hin waraanu
Harka isaatu baatee na ceesise
kansaa maaliin himee fixu fayyisaakoo duwwaarraa kaasee hojjete jireenya koo isa qoodnikoo
waan darbuuf mootiin dhala isaaf
Angoo dabarsa taayitaan takkaa hin dhabamu sanyii isaa keessaa hojii koon lakkii hin banamne daandii haaraani hiddi sanyii koos kan tole karaa isaanii
Tarreewwani badisaa hin dhaaphu
Abbaa ormaa jalaa hin awwaadhu
Hin ilaalu bowwaa du'aarra
Kan na fure mirga abbaa jira
Raawwateera salphina koo fudhateera
Fayyina koof yesuus samii irraa mul'ateera
@Walaloo_Faaruu 🎼