Dastaa Hinsarmuu
Biyya lafaa 🎸🎹🎹🎸
Ya jireenya aduu gadii ya jaawwarsituu ilma namaa*2
Sitti hunduma quuqama hibboon kee hin dhumu tararamee dhoksaan kee innichi golgame hundumtuu hin bo'a hin watwaata ofiin oodee qofaa jiraata
Anille argadhe fala yeroonan
bahe yesuusiin qaphee abidda
bobaa jalaa sittan dammaqe
na hin dhootu laphee
Atis na hin beektu anis si beeku
Walii wajjin hin qabnu kakuu
Takaallaa kee ciree baheera
Dhiigaan dhala gooftaa ta'era
Xiinxalni? Kee dalga biyya lafaa herregni kee bitaa
Biyyoo natti ammaartee >> >>
warqee koo kajeela
Haafaaf huba guurtee >> >>
dhufta balbala koo Guyyaakoo ibsitee dukkaneessuuf yaadda galgalakoo
Anille argadhe fala yeroonan
bahe yesuusiin qaphe ya
abidda bobaa jalaa sittan dammaqe na hin dhootu laphee
Duuba bareechattee biyya lafaa
Akka abaaboo birraa
Keessikee yo ilaalamu >> >>
raqa tuulameera
Lallabni kee har'a >> >>
hin kaaftu waan boruu
Lafaan maraa oolta >> >>
gowwaa qalbiin jooru
@Walaloo_Faaruu 🎼