Guys akkam.bultan
$tronkeeper claim gochuuf ton gaafachaa jira.
Mee wanta kana amma dhugumma isaa adda baafnuutti ton hin kaffalinaa.
Yoo dirqama check gochuu gaafata ta'ee Ani dhaqee kaffalee adda baasaa .
Hundii keenya wal faana cituurra nama tokko wayyaa yaada yoo qabattan! Na qunnamaa
@joshuasmrt