ዛሬ ማለዳ የከተማችን ነዋሪዎች በነቂስ ወጥተው በክቡር ጠቅላይ ሚኒስትር ዶክተር ዐቢይ አሕመድ የተመራው ለውጥ 6ኛ ዓመትን ምክንያት በማድረግ ድጋፋቸውን በሰላማዊ ሰልፍ ገልጸዋል።
ለውጡ ሀገራችንን ከፍ ባደረጉ ታላላቅ ስራዎች እና ህብረ ብሔራዊ ወንድማማችነት ከፍ ብሎ አንድነት የደመቀበት ሲሆን፣ በአዲስ አበባ ደግሞ የዓድዋ ድል መታሰቢያን ጨምሮ ታላላቅ ፕሮጀክቶችን ጀምረን ያጠናቀቅንበት፣ የቱሪዝም መስህቦች እንዲሁም ማህበራዊ ፍትህን ለማንገስ የጀመርናቸው ለሰው ልጅ ቅድሚያ በሰጠው ሰው ተኮር ስራዎቻችን የበርካቶች የኑሮ ሸክም ቀልሎ እምባቸው ታብሶ ተስፋቸው የለመለመበት ነው።
በቀጣይም መዲናችንን የብልጽግና ተምሳሌት፣ እንደ ስሟ ውብ እና ለኑሮ ምቹ በማድረግ በሁሉም ዘርፍ ዓለም አቀፍ የስበት ማዕከል የማድረግ ጥረታችን ተጠናክሮ ይቀጥላል።
ሁሌም ድጋፋቸው ላልተለየን የከተማችን ነዋሪዎች አክብሮታችን ከፍ ያለ ነው፤ እናመሰግናለን።
ፈጣሪ ኢትዮጵያን እና ህዝቦቿን ይባርክ
Har'a barii jiraattonni magaalaa keenyaa jijjiirama muummee ministeeraa keenya Dr. Abiyyi Ahimadiin hoogganamu waggaa 6ffaa sababeeffachuun deeggarsa isaanii hiriira nagaan ibsaniiru.
Jijjiiramichi hojiilee gurguddoo biyya keenya ol kaasanii fi obbolummaan sabdaneessaa olka'ee tokkummaan kan itti faayame yoo ta'u, Finfinneetti ammoo Yaadannoo Injifannoo Adawaa dabalatee piroojaktoota keenya gurguddoo jalqabnee kan ittin xummurree, hawwata turizimii akkasumas haqa hawaasummaa cimsuuf hojiileen keenya nama irratti xiyyeeffatanii dhala namaaf dursa kennan eegalle dhiibbaan jireenya hedduuwwanii salphisee imiimmaan isaanii qoorsee abdiin isaanii gabbateera.
Yeroo itti aanuttis magaalaan keenya fakkeenya badhaadhinaa, akkuma maqaa ishee miidhagduu fi jiraattota isheef mijattuu taasisuun damee hundaan tattaaffii giddugala harkisa idil addunyaa taasisuun keenya cimee itti fufa.
Yeroo mara deeggarsaan kan nurraa adda hin baane jiraattota magaalaa keenyaaf kabajni keenya olaanaadha; galatoomaa.
Waaqni Itoophiyaa fi uummata ishee haa eebbisu
@adanechabiebie