MIIDIYAA SOOTIRIYAA ሶትርያ ሚዲያ dan repost
Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
✅Qaanaa Ishee Galiilaa✅
[ Yoh. 2:1-11]
Lallaba Wangeelaa Barsiisaa Mulugeetaa Ayyaaleew (Dn) tiin; Har'a galgala sa'aatii 02:00 tti #YouTube Miidiyichaa irratti nu eegaa!
Maatii Miidiyichaa ta'uuf liinkiiwwan armaan gadii fayyadamuu dandeessu.
✝️YouTube► https://youtube.com/@Soteriamedia21
✝️Telegram► https://t.me/Soteriamedia
✝️Facebook► https://www.facebook.com/soteriamedia21
✝️TikTok► https://www.tiktok.com/@sootiriyaa
✝️WhatsApp► https://whatsapp.com/channel/0029VavbGc972WU2EwxH953o
[ Yoh. 2:1-11]
"Guyyaa sadaffaatti immoo kutaa biyya Galiilaa mandara Qaanaatti cidhi tokko ture; haati Iyyesuus achi turte. Iyyasuus fi bartoonni isaas cidhichatti waamamanii turan. Daadhiin wayinii duraa dhumnaan, haati Isaa, "Daadhii wayinii hin qaban" jettee Iyyasuusitti himte. Iyyasuus immoo "Dubartii nana, si wajjin maalan qaba? Yeroon koo hin geenye" Isheetiin jedhe.
Haati isaa yommus warra achii ergamaniin, "Waanuma inni isiniin jedhe hunda godhaa!" jetteen!"