Nagenyi waaqayyo isinif haa baayatu jaallatantoota kiristoos, Akkam jirtu?
Ani nagaa ko dha galata waaqayyo.
Baga ayaana nagaan dabarsitani har'a geessan.
Akka fedha waaqayyootti obbolonni dandeessan barnoota sirna uumama darbuuf jiru, torbe tokkof yeroo hunda, sa'a 2:00 hanga 3:00tti kennamu akka hordoftan aferramtanittu.
Kara telegrami nu eega!
Qormanni keenya akka itti fufetti Jira. Namonni hin ergine amaas naaf ergan jedha.
Galatooma!