TAFSIIRA QUR'AANAA 📖 dan repost
🔴 Hiikkaa Qur'aanaa barachuun Dirqama‼️
👉 Qur'aana Lafzii Sagaleen qara'uu qofa osoon hin taane, Hiikkaa/Tafsiira isaa beeku fi Waan itti ajajutti dalaguun dirqama!!!
قال ابن تيمية وابن القيم: "والصحابة - رضي الله عنهم - أخذوا عن الرسول صلى الله عليه وسلم لفظ القرآن ومعناه" ( التفسير الكبير، 2/104، 253، الصواعق، 440)
Sheekhul Islaam Ibnu Teeymiyaa fi Ibnul Qayyim Al Jawzii illee akki jedhan:-
“Sahaabonni - Rabbiin toltuu isaanii irraa haa qeebaluutii - Ergamaa Rabbii ﷺ irraaLafzii/Dubbisa isaa fi Hiikkaa isaas irraa kan qabatan turan”.
👉🏿 TAFSIIRA QUR'AANAA Afaan Oromootin hordofuudhaf garee tana irraa argattu
👇👇👇
https://t.me/TafsiiraQur_aanaa