AL-GURABA💡አል-ጉረባ💡 الغرباء dan repost
Fulbaana tookko
❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌
Ayyaanni tokkos hin jiruu
fulbaana tokko irratti
Seenaan isa hin beeku
galmee muslimootaa keessatti
Naadhagayi obboleessoo
atis obboleetti
Hin sobamin yeroo hundaa
diinii kee iratti
Bara maatiyoos ykn yohaannisii
Jedhaa sobamuu ufirraa fageessi
Fulbaanni tokkos akka guyyaa biraa
Nama rabbiin gabbaruuf
onnee isaatirraa
guyyaa rabbiin file malee hundumtuu tokkumaa guyyaan gara garaa
nama Toohida qabatee
shirkii irraa fagaateeef
Fulbaanni tokko maali isaaf??
Namni salphate ammoo
Kana qofaa mitii kan si ajaa'ibuu!
Hoyya hooyyeef ababaayyishoo
jela garaa dhibuu!
Dibbee rukutaa harkkas walitti tumuu
Kana hunda jela
rabbiin nu haabaasu yoomuu
Ani himee jiraa musliimonni dhiisaa
Uf kabajaatii diinis kabachiisaa.
#ibnu muhammed
@allguraba
❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌
Ayyaanni tokkos hin jiruu
fulbaana tokko irratti
Seenaan isa hin beeku
galmee muslimootaa keessatti
Naadhagayi obboleessoo
atis obboleetti
Hin sobamin yeroo hundaa
diinii kee iratti
Bara maatiyoos ykn yohaannisii
Jedhaa sobamuu ufirraa fageessi
Fulbaanni tokkos akka guyyaa biraa
Nama rabbiin gabbaruuf
onnee isaatirraa
guyyaa rabbiin file malee hundumtuu tokkumaa guyyaan gara garaa
nama Toohida qabatee
shirkii irraa fagaateeef
Fulbaanni tokko maali isaaf??
Namni salphate ammoo
Kana qofaa mitii kan si ajaa'ibuu!
Hoyya hooyyeef ababaayyishoo
jela garaa dhibuu!
Dibbee rukutaa harkkas walitti tumuu
Kana hunda jela
rabbiin nu haabaasu yoomuu
Ani himee jiraa musliimonni dhiisaa
Uf kabajaatii diinis kabachiisaa.
#ibnu muhammed
@allguraba