#BAGA_KANAAN_GEESSE!
Urgessa Deraje jedhama. Kitaaba mataa dureen isaa #Imala_Rakkinaa fi #Garbummaa_Ormaa jedhuu qabatee dhufa jira. Baga nama seenaa taatee seenaa dhugaa barreessite jechuun fedha! Bara namuu jiraachuuf abdii hin qabne, bara dhaloonnii abjuu isaa dagate waan biraa keessatti kufe, bara dhaloonni Eenyuummaa fi Aadaa isaa dagatee Orma jalaa fiigaa ooluu, bara dhaloonni sammuun isaa waan hojjetame faarsuu malee waa hojjechuu hin dandeenye keessatti, Ati immoo uumata kanaaf kana katabuun kee cichoomina. Ati aantii Aartii fi Eenyuummaa Oromoof qabdu argisisaa.... Eega Ummanni Oromoo biyya keessaa fi alaa jirtan hunduu akka bira dhaabbatan isiniif dhaamna. Yeroon jedhus namni yeroo nama bira dhaabatuu, yaadan beekumsaan, akkasumas muxxannoon fi k.kdha. kanaafuu hundi keenya wal haa jajjabeessinu dhaamsaa Oromummaa waliif dhaamna!
#Galatoomaa!!