Kabajamtoota maatii chaanaalii koo hundumtuu akkam jirtu?🖐
Akkuma beekamu baay'inaan advertisement afaan Ingiliffaan fi afaan biroon an chaanaalii kanarratti gadhiisu hin tuqinaa isinin jechuun barbaada. Sababni isaa waaye advertisement sanaa waan an beeku hin qabu. An kan an maxxansu, post godheefi qarshii hamma tahe argachuufidha. Isin yoo itti buutan waan isin fayyadu hin qabu jechuudha. Namoonni chaanaalii miseensa 1000 ol fi view qabu qabdanis akkuma kana gochuun irraa argachuu dandeessu. Kana irraan kan hafe hojiile Airdrop gara garaa yeroon maxxansu ammoo hojjechuun irraa fayyadamaan isinin jedha.
Have a nice time 😍.