"New Baaroo Atorara 2024 - baaroo Haaraa Addaa Badhaadhinaa"
Baaroo haaraa 'Baaroo Atorara 2024' jechuun, seena fi haala calaqqisaa qabuun qalbii keessan hawachuuf dhihaateera. Baaroi kun milkii fi gammachuu saba keenyaaf sagalee ta’ee, Afaan Oromoo fi aadaa keenya akka addunyaatti beeksisuu irratti hirmaata! ✅ baaaroo kana dhageeffadhaa, share godhaa, akkas...