Galaana Faarfannaa † Asea of ​​Song🌍


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Amharcha
Toifa: Musiqa


Channel kun Faarfannaa guyyaa guyyaan Kan isiniif maxxansudha.
⚡Nuquunnamuuf.
👉 @galaanafaarfannaaCHAT2
👉 0924737166🎙️
👉 YouTube :-https://www.youtube.com/@bilisummaabaaruuofficial5324

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Amharcha
Toifa
Musiqa
Statistika
Postlar filtri


"Akkamiin wal Ganna, akkamiin wal dhiifna?
Seenaa Baay'ee Wajjiiniin dabarsine Qabna

Miti Firaaf Lammi Haati koof abbankoo
Isati Anaaf goote anumtu Ofii hin yaadne...."

👉 J O I N ;- @Galaanafaarfannaa1


















Faarfannaan obboleettii keenyaa Kun Amaariffaan osoo hin quufamin Afaan Oromoon Kunoo As ba'ee Jira please dhaggeeffadhaa❤️❤️

Faarfattuu : Bereket Megersa

👉 J O I N ;- @Galaanafaarfannaa1






Ayyaanni Akkamiree Sabakoo?
Mee Dubbadhaamee Comment Jalatti 🥴


Baga Geessan!
Ayyaana Gaarii Isiniif Hata'u.

Kottammoo Waa Dhugaa 😁 Akka nun komanne😁






Xoofoo - Biniyam Bijiga || New 2025

👉 J O I N ;- @Galaanafaarfannaa1




GUYYAA JIMAATAA

Hunda kan qabe qaban; hunda kan bitu hidhan; Ilma Waaqa jiraataa hidhan; dheekkamsaan harkisan; Innis jaalalaan duukaa bu'e; warra qalaniin duratti akka hoolaa garraammii hin dubbanne; fuula jaalala gad of qabummaan guutamee booda isaanii hordofsiisanii fudhatan!

Angafoonni ergamootaa sodaa fi hollannaadhaan fuula isaa dura kan dhaabbatan waltajjiirra dhaaban; Dhiifama cubbuu kan taasisuun cubbamaadha jedhan; Warreen murteessan irratti kan murteessu isa irratti murteessan; Suraafeliif gonfoo kan gonfachiisu gonfoo qoree gonfachiisan; Kiruubeliif uffata kabajaa/surraa kan uwwisu uffata diimaa itti uwwisan; tuutni ergamootaa sodaa gonkaan kan sagadaniif, dorsisuudhaaf fuldura isaatti jilbeeffatan!

Gad of qabuun akkasii gad-of-qabummaa akkamiiti? Obsi kun hundi obsa akkamiiti? Kana hunda callisuunis callisa akkamiiti? Hamma kana hunda nama jaalachuunis jaalala akkamiidha? Jaalalli Ilma Waaqayyoo teessoo isaa irraa gadi buuse hanga du'aattis geessise!

Isa yakka hin qabne akka yakkamaatti fannisan. Isa madda jireenyaa ta'e cubbamoota wajjin lakkaa'an! Harkawwan Addaamiin hojjetan fannoorratti mismaaraan waqaraman! Maaloo miilonni gannata keessa deddeebi'an fannoorratti waqaraman!

#Maaloo! Afaan fuula Addaamitti afuura jireenyaa 'if' jedhe homxaaxxee dhangaggaa'aa hadhooftuun makame dhuge! Maaloo! Gidiraa Waaqa Ilmaa kan dubbatu afaan akkamiiti? Hidhii akkamiiti? Laphee akkamiiti?

Dhukkubbiin gooftaa jaalalaa yammuu dubbatamu lapheen gargar hirama; yaadnis ni rukutama; lubbuunis ni raafamti; foonis ni dadhaba. Kan hin duune du'e; du'a balleessuuf du'e; du'oota fayyisuuf du'e! Namoomni isa jaallattan bo'aafii😭

#Yohaannis_Af_warqi

Uummanni kiristiyaanaa marti keessan baga guyyaa harraa fannifamuu G/K/I/K nagaan geessan!


Ergaa kana Share Waliif Godhaa...
👉 J O I N ;- @Galaanafaarfannaa1


#HIRAARSAN
DAWIT GIRMA
WELCOME DAVE🔥🔥

👉 J O I N ;- @Galaanafaarfannaa1

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.