Postlar filtri


🌹 Amaloota dubara ogeettii 6 waliin haa ilaallu... See More

👇👇👇
   👉 See More 👈
   👉 See More 👈
         👆👆👆


💍 Amaloota gurguddoo 6,... See more

👉 Abbaa manaa cimaa duuba haadha manaa ogeettii jira,...
           ⬇️
➡️ See More
      See More


🔴Dhugaa dubbadhu, hirriba gaarii rafuu dandeessa.
❤Gaarummaa qabaadhu, yaadatamuu dandeessa.
📍Gad of deebisi, dogoggora qabaachuu dandeessa.
🔴Dhiifama godhi, salphachuun sitti dhagaʼamuu dandaʼa.
🎤Arjaa ta'i, addunyaaf deebii kennuu dandeessa.
🚨Abdii qabaadhu, kana caalaa waan baayʼee hojjechuu dandeessa.

✅Of beeku, caalaatti mul'achuu dandeessa.
⭐️ Of ta'i, baay'ee gammadda.

👍 @Gorsa_Ganamaa


MAALLAQNI
〰️〰️〰️〰️〰️
→ Mana malee, maatii hin bitu!
→ Siree malee, irriiba hin bitu!
→ Kophee malee, miila hin bitu!
→ Amartii malee, jaalala hin bitu!
→ Fuullee ijaa malee, ija hin bitu!
→ Qoricha malee, fayyaa hin bitu!
→ Rasaasa malee, jireenya hin bitu!
→ Cubbuu malee, qulqullummaa hin bitu!

@gorsa_ganamaa


Dhaamsa

💥 1. Yaadadhu! Utuu namni hin beekin nama gaarii ta'uu nii dandeessa! 🤗

💥 2. Yaadadhu! Callistee ilaaluu keetiin yakka hojjechuu nii dandeessa! 😏

💥 3. Yaadadhu! Yeroo mara mirga yaada dhabuu qabda! 💪🏾

💥 4. Yaadadhu! Akka warqeen yookaan daayimandiin jajuu namootaan hin daballe yookaan tuffii namootaan hin xiqqaanne 😎

💥 5. Yaadadhu! Akka duutu; warri si beekanis akka du'an! Beekamtiin kees booda akka sin fayyadne 🤷‍♂️

👇👇👇👇

@Gorsa_Ganamaaa


Eeruu kitaabaa.

Jaarraa keessa jirtu kanatti maaltu akka barbaachisu gadi fageenyan beekuu feenan kitaaba kana dubbisi.

Barreessan Rober Kiyosaki yemmuu ta'u, kitaaba isaa Richa Dad Poor Dad jedhamuun beekkama.

Tarii pdf isaa yoo feetan na dubbisuu dandeessu.

@Getu_Abera


Jijjiirrama ni jaalatta.
Jijjirramuu garuu hin feetu.

Ati jijjiirramuu baattus umriin kee jijjiirramuun isaa hin oolu.

Halkan gaarii


Abdii hin kutatin.

Yaali,yaali,yoo dadhabdes yaali.
Jireenya kee keessatti wanta kaayyeeffatteef sana hamma galmaan geessutti dachee fi samiin iyyuu ni baddi osoo jedhamtee abdii kutuu hin qabdu.

Haile H/ Silase


🗣️ A billionaire one of the world's biggest investor, now he invest in network marketing."


🗣️ Network marketing is all about marketing through people, for people and by people.


🗣️ The richest people in the world look for and build networks, everyone else looks for work.


🗣️ Network marketing is the fastest growing business of 21st century which must be joined by every young man and women globally otherwise you can never get the best of your youth age.


🗣️ If I would be given a chance to start all over again I would choose network marketing


🗣️ If I were starting over today, I would make millions in the Network marketing Industry.


Ilaalchi jireenya kee 100% jijjiira.
Life is all about attitude.
Your attitude determines your altitude!

@Gorsa_Ganamaa


Akka Risaa balali'i malee akka Lukkuu koola ykn baallee osoo qabduu miillaan hin deemin!

Iddoo nagaa oolaa!!!!


G𝕒𝕓𝕒𝕒 K𝕚𝕥𝕒𝕒𝕓𝕒𝕒

Akkuma meeshaalee miidhaginaa bitachaa oollu kitaabas yaa bitannu.

Bitachuu qofa osoo hin taane,yaa dubbisnu.
Dubbisuu qofa osoo hin taane,hojiitti yaa hiiknu.
Yemmuu hojiitti hiikne dhalootaf taana.
Biyyatu jijjiirrama.

#Readers_Generation


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
"Believe bigger!"

🔗 @Gorsa_Ganamaa


WAA NAMARRAA HIN EEGIN

Addunyaa kana irratti milkaa'ina kee fi si jidduu dhaabbatee kan jiru murteesitee ka'uu dhabuu fi waa namarraa eegudha.

Ka'i yaa firakoo.
Namarraa homaa hin eegiin.
Atuu milkii keetiif gahaadha.
Wanti akka qaama biraatirraa waa eeguu dhibee hamaan hin jiru.

Uumaa koottii aansee anuu jireenya koof gahaadha jedhii dammaqi!

Lafa nagaa oolaa!

Maatii keenya ta'aa
👇👇
🔗 @Gorsa_Ganamaa


“Every morning starts a new page in your story.“
“Make it a great one today.”

– Doe Zantamata

🔗 @Gorsa_Ganamaa


"No pain, No gain"

🔗 @Gorsa_Ganamaa

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.