Barattoota qormaata bahiinsaa kufaniif Ispeeshaal Dippiloomaatu kennama.
Barattoota qormaata bahiinsaa fudhatanii darbuu dadhabaniif Dippiloomaan Addaa akka kennamu ministeerri barnootaa marii irra jira.
Barattoonni qormaata bahiinsaa hin darbine Ispeeshaal dippiloomaa fudhachuuf qophiin taasifamaa jiraachuu odeeffannoon ministeericha irraa arganne ni ibsa.
Haaluma kanaanis barattoonni Ispeeshaal dippiloomaa isaanii fudhachuun sa’a fedhan erga qoramanii boodaa digirii isaaniis fudhachuu kan danda’an ta’a!
Murteen kunis haga yoonaatti hojiirra kan hin oolle yommuu ta’u, barattoonni eebbifamanii taa’uu osoo hin taane Ispeeshaal dippiloomaa isaaniin qacaramanii booda akka qoramaniifi hojiirra oolmaa isaaf marii ballaan taasifamaa jira