GALAA MILKAA'INA KEETII:-
√ "ol ka'iinsa kee kan murteessu dandeettii kee osoo hin taane ilaalcha keeti". Zig Ziglar
√ "milkaa'inni kan dhumaa miti, kufaatiin kan nama ajjeesu miti, kan lakkaa'amu ammallee itti fufuu dha". Wuniston Chunchil
√ "boru dhugoomsuudhaaf, daangaan shakkii keenyaa har'a qofa". Firaankiliin D. Ruzvelt
√ "milkaa'inni quuqama tokko malee kufaatii iraa gara kufaatii gufachuu dha". Winistoon S. Churchill
√ "yeroon kee daangeffaa dha; jireenya nama biraa jiraachuun hin qisaasessin". Isteev Joobs
√ "milkaa'inni hangam akka ol baate osoo hin taane, addunyaa kanaaf jijjiirama akka fidduu dha". Rooyii T. Beneet.
√ " bakki milkaa'inni dura itti dhufu, galmee jechootaa qofa". Viidaal Saasoon.
√ "hojii guddaa hojjachuuf karaan jiru, waan hojjattu jaallachuu qofa". Isteev Joobs
√ "milkaa'inni maallaqa argachuu qofa miti, jijjiirama fiduu dha". Hin beekamu
√ "milkaa'inni waan qabdu osoo hin taane, eenyu akka taate keessa jira". Boo Benneet
√ " akkuma cimee hojjadhu carraan waan argadhu natti fakkaata". Toomaas Jefaarsoon
√ "garaa garummaan nama milkaa'aa fi namoota gidduu jiru, humna dhabuu osoo hin taane, beekumsa dhabuus osoo hin taane fedhii dhabuudha". Viins Loombardii
See more 'https://t.me/addlist/9xOtb75QP2YxNzI0' rel='nofollow'>join
✈️✈️✈️✈️✈️✈️✈️✈️'https://t.me/addlist/9xOtb75QP2YxNzI0' rel='nofollow'>start