Think Positive💡 dan repost
👉 " Nama jechuun walitti
qabama yaada isaati. "
Addunyaa keessa jirraa moo addunyaatu nu keessa jiraa?
Addunyaan sammuu kee fi jechaa ati waa'ee keef qabdu kessa jirti.
Addunyaan keessa jirru kan namni biraan filatee nuuf kennu miti. Kan namni mijeessees nuuf kennus miti.
filataan ,akkasuma mijeeffatanis nuyidha.
Addunyaan na jijjiira jettee yoo eegde, addunyaan sin hin jijjiiru. Sababnisaas dandeettiin addunyaa jijjiru si keessa jira waan ta'eef addunyaan danda'ee si hin jijjiiru.
Kanaf ammaa jijjiiramaaf
ka'ii🚶♂️🚶♂️🚶♂️
Nama borii ta'i
Nama kaleessaa hin ta'iin
Fira kaayyoo ta'i
Fira gaabbii hin ta'iin
Akka waan sanyiin abbaa keetii maqaan isaanii "Obbo kufaatii " jedhamuutti yeroo hundumaa kufaatii hin tarreessiin.
So Brother
👉 Of booda hin ilaaliin!
Boriikee namni siif
ilaalu hin jiruuti.