🔒Wi-Fi keenya akka namni nu jalaa cabsee hin fayyadamne akkamitti maqaa(SSID)isaa akka nama biroo biratti hin mul'anne dhoksuu dandeenya?
✅ Maqaa WiFi keenyaa nama biraatti akka hin mul'anne gochuun namoonni akka salphaatti nu jalaa cabsanii akka hin fayyadamne taasisa. Kanaafuu steeppii armaan gadii kanaan maqaa Wi-Fi keenya dhoksuu dandeenya.
1️⃣ Connect to your WiFi
Bilbila ykn computer/Pc fayyadmnee karaa WiFi ykn cable router keenyaatti connect gochuu.
2️⃣ Open your router settings
IP address 192.168.1.1 ykn 192.168.0.1 login gochuu
3️⃣ Log in
Default login info (often admin/admin) fayyadamnee login gochuu
4️⃣ Go to Wireless Settings
*Wireless*, *WiFi Settings*, or *Basic Setup* ilaaluun keessa galla.
5️⃣ Disable SSID Broadcast
San booda"Enable SSID Broadcast " kan jedhu disable goona.
6️⃣ Save changes
Click *Save* or *Apply* gochuun xumurra.
📌 Kana yoo goonee WiFi keenya available network irratti hin mul'atu. Connect gochuuf immoo maqaa WiFi (SSID) fi password manually galchuu qabna.