💐 Jaalalleen hiriyyaa keetii jaalallee keetii miti.
Ati bifa, qal'ina, guntuta, taa'aa ilaaltee nama jaalatu ta'uu malta, hiriyaan kee immoo guurraachoomina, gabbina, shape fi waan akka kanaatiif xiyyeeffannaa kan hin laanne, kan bilchinni qofti isa butee jaalatu ta'uu mala.🤞
📩 Kanaafuu miira kee irra dhaabbattee filannaa nama biraa irratti yaada -ve hin kaasin! Wanti si biratti haalaan jaalatamu nama biraa biratti waan gatii hin qabne ta'uu danda'a. Nuti hundi walirraa adda. Miirri fedhii fi jaalala keenyaatiis wal irraa adda. ❤️🔥