📂 Barumsa Lammaffaa Deebi'ee Dhufaatii Gooftaa Yesuus Kiristoosii fi Taateeewwan Bara Dhumaa
✍️ #Kutaa - 14ffaa
F. Bifni du’aa ka’uu maal fakkaata ree? Humni du'aa ka'uu maalidha? (35-50; 2Qor. 5:1-5)
» Foon sanyii firii biqiluu qabu fakkaata (36-38)
» Foon yookiin qaama namaa qofatuu kaafama malee kan biroo miti (39)
» Qaama warra waaqa irraatuu kaafama - kan ergamootaa (48; Mat.22:30)
» Ulfina isa waaqa irraatu kaafama – kan Kiristoos (49)
» Bifa calaqqisaatiin mul’ifama – akka kan urjootaa fi kan bakakkaa (40)
» Wanti badu /qaama foonii/ awwaalamee wantaa hin banneen kaafama (42) lakkaa’amanii deebi’u; tokko iyyu hin badu
(Far. 139:13-18; Mul. 20:13; His. 37)
» Gad-deebi’aan/cubbamaan / awwaalamee, ulfinaan kaafama (43)
» Dadhabaan/dulloomaan, dhukkubsataan/awwalamee humna-qabeessi kaafama (43)
» Dhaqna fooniitiin/kan tortoru/ aawwaalamee dhaqna hafuuraatiin kaafama (44)
» Qaama akka fedhetti mul’achu yookiin dhokachuu danda’utu kaafama (Luq. 24:15,31)
» Karra cufamaatti seenuu yookiin ba’uu kan danda’utuu kaafama(Yoh. 20:19,26);
» Harkisoon dachee kan hin dandeenyetuu kaafama(HoE. 1:9-11)
❍ Qooda ulfina du'aa ka'uu argachuu keef hin gammannee ree?
G. Akaakuu Du’aa Ka’uumsa Kitaaba Qulqulluu Keessatti:
» Du’aa ka’uu isa jireenyaa
- Du’a deddeebii cubbuu keessaa amantiidhaan furamuu (Efe. 2:1,5,14
- Du’a hafuuraa irraa “du’aa ka’uu jireenya hafuuraa” argachuu (Yoh. 5:24)
- Du’a isa Waaqayyo irraa adda bahe irraa araara argachuu (Qol. 2:13-14)
» Du’aa ka’uu isa jalqabaa – qajeelota (Luq.14:14; Mul. 2:-7) Toloonni waggaa torba samii irratti cidha godhatanii waggaa kuma Kiristoos waliin gara lafaatti deebi’anii mo’u.
» Chidha waggaa torbaa fi mootummaa waggaa kumaa (Mul. 20:4-6)
» Du’aa ka’uu isa dhumaa – namoota mara (Yoh. 5:25,28-29; Mul. 20:12-15 Walumaa galatti du’aa ka’uun kan jireenyaa, isa duraa fi kan murtoo isa dhumaa ta’uu isaati (Dan. 12:1-3).
H. Yeroo Gooftaan Yesus deebi’ee dhufu maaltuu raawwatama? (1Tas. 4:13-18)
● Tajaajila ergamoota waaqa irraa (Mat. 24:31) Sagaleen guddisee nama abboomu ni dhaga’ama – warri obbaafatan ni dammaqu
● Sagaleen angafa ergamootaa ni dhaga’ama – warri jiraatti jiran haga liphsuu ijaatti ni jijjiiramu
● Malakanni Waaqayyoo ni afuufama – wal wajjiin qilleensa irratti Gooftaa simachuuf ol butamna, hundumaa dhiifnee deemna.
- sirna harkisoo dachee irraa bilisoomuu
● Duuni mo’amee badduu baafama – jireenyaan liqimfama (1Qor. 15:54)
● Yeroo hundumaa gooftaa keenya bera jiraanna – mootummaa Waaqayyoo keessaa
● “Bifa namacha isa biyya lafaa akka fudhanne akkasuma immoo bifa namicha isa waaqa irraa fudhachuuf jirra” (1Qor. 15:49)
● Har’a dubbii kanaan wal jajjabeessuu qabna (1Qor. 15:57-58; 1Tas. 4:18)
@Maaranaataa_Yesuus ➕